中华人民共和国 (Ch)
Zhōnghuá Rénmín Gònghéguó
Riippabiliika Ummataa Chaayina (Om)
Magaalaa GuddaaBeejiingi
Afaan HojiiChaayiniffa
Ballina9 596 961 km²
Baayyina ummataa1 350 695 000 (2013)
Tuuta'insa ummataa140 /km²
Faaruu义勇军进行曲/Yìyǒngjūn Jìnxíngqǔ
Koodii lakkoofsa bilbilaa+86

Chaayinaan, maqaa guutuu Riippabiliika Ummataa Chaayina(Chaayiniffa:中华人民共和国) jedhamuun waammamti, biyya Eshiyaa bahaatti argamtu. Chaayinaan biyya baayyina uummataatin addunyaarraa tokkoffaarra jirtu yoo taatu baayyinni uummata ishees biliyoona 1.35 ol ta'a. Magaalaan guddoon Chaayinaa Beejiingi. Chaayinaan kutaa bulchiinsaa 22, naannolee ofiin of bulchan 5, bulchiinsa magaalaa 4 (Beejiingi, Tiyaanjiin, Shaangaayi, fi Choonkiing), fi naannolee addaa kan ofiin of bulchan 2 (Hoongi Koongi fi Makkaa'uu) qabdi. Dabalataanis Chaayinaan Taayiwaan kutaa bulchiinsaa 23ffaa akka taatetti kan dhiyeessitu yoo ta'u Taayiwaan garuu akka biyya tokkootti of ilaalun ofiin of bulchaa jirti

Eshiyaa    

Giddu-galeessa Eshiyaa

Kaazaakistaan • Kirgistaan • Uzbeekistaan • Taajaakistaan • Tarkimeenistaan

Eshiyaa Bahaa

Kooriyaa Kaabaa • Kooriyaa Kibbaa • Jaappaan • Mongooliyaa • Chaayinaa

Eshiyaa Dhihaa

Armeeniyaa • Azarbaajan • Baahireen • Ji'oorjiyaa • Iraan • Iraaq • Isiraa'el • Joordaan • Kuweet • Libaanon • Omaan • Kaataar • Sa'ud Arabiyaa • Siiriyaa • Tarkii • Yaman • Yunaayitid Arab Imireetis

Eshiyaa Kibba Bahaa

Birunaay • Tiimor Bahaa • Filiippiinsi • Indoneeshiyaa • Kamboodiyaa • Laa'os • Maleeshiyaa • Maaynamaar • Singaappoor • Taayilaand • Veetinaam

Eshiyaa Kibbaa

Afgaanistaan • Baangilaadish • Buutan • Indiyaa • Maaldivsi • Neeppaal • Paakistaan • Sirii Laankaa

Eshiyaa Kaabaa

Raashiyaa